Monday, July 9, 2012

Ifa Tola shared a link. 4 hours ago DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu . Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani . Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU . SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA . FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI . MAALI FI YOO JENEE ? AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE . MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU . FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE. MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA. Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani . Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU

8 comments:

  1. Geerarsaa
    Wantni Ani hawwee Hafee
    Hadhoo wali bira sadii
    Hanoolee Kuudha sadii
    Caffee eeshii mana gadii
    Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
    Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
    Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
    Otoo akka garra kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Qeerrooni hiriyyaa kooti
    Zawuugaani(Boojia) abba kooti
    Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
    Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
    Gootni Oromo fira kooti
    Opdoni diina Kooti
    Waayyaaneeni maali nagooti
    Magaal Finfinnee kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Baalageeni maali nagooti
    Siirba
    Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
    Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
    Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
    Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
    Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
    Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu

    ReplyDelete
  2. BAALAGEENI(NAMNI YAARTUUNI) BA'AA DAMMA HALEELITEE HIN FIDU ARRABDEE FIXI
    Ba'aani damma wani mii'uu fi baalageeni (namni yaartuuni) haleelitee hidooni hin geessu, maali fi yoo jenee? damma mii'uu kana , otoo arrabduu , dammi wani bayyeeni hafee itti fakkaata , arrabu itti fuftti , otoo hin yaadnee muxuuxi jedhee ba'aani arrabaamee dhumma.
    AMMA YOO BA'AA DAMMA AANGOONI WALI FAKKEESINEE. MELES ZENAWI BA'AA DAMMA (AANGOO) HIDOONI GAWWUU DADHABEE JECHANI NAMNI WAGGAA HAFUURI HOJAATA , INNI KUNOO WAGGAA 21 TA'EE HIDAA AANGOO( BA'AA DAMMA) QABAATEE HAA TA'UU MALEE UMMATA AANGOO DEEBISSU HIN BARBAADU.MAALI YOO JENEE ? WANI UMMANI HADARAA ITTI KENEE KANA BA'AA DAMMA WANI ARRABEE FIXE FI HIDOONI HIN GEENYEE JECHAA DHA .
    kanaafuu Meles Zenawi namaa ajjeessa , namaa hiidha , ba'aa damma wani daandii irratti fixee fuu , wani haleelee fidu hin qabu .
    Meles Zenawi hidaa ba'aa damma arrabee fixe bodee aangoo gubba turu dha guyyaa , guyyaa dhani soba kunoo waggaa 21 gayyee.
    Ba'aa damma kana maqaa geedaraa , dura president jedhee , sana bodee prime minster jedhee . oli gaddi garagaalchaa akka budeena heelee gubba yookani barcuumni yoo nama tti hoo'ee ka'i hin jedhuu . Meles barcuumni itti hoo'ee kanaafuu ka'uu dadhaabee .
    Fakkeenya fi wari yerroo tokko , yookani yerroo lamma hojaatani, ba'aa damma (aangoo) otoo hin arrabnee haleelani fidani bayyee galataa saba irraa argatu .
    BAALAGEENI (YAARTUUNI NAMAA) BA'AA DAMMA HALEELITEE HIN FIDU ARRABDEE FIXI .diini Oromo hiddi fardi irraa hijaatee haa ta'uu . hin moona .

    ReplyDelete
  3. BAALAGEENI(NAMNI YAARTUUNI) BA'AA DAMMA HALEELITEE HIN FIDU ARRABDEE FIXI
    Ba'aani damma wani mii'uu fi baalageeni (namni yaartuuni) haleelitee hidooni hin geessu, maali fi yoo jenee? damma mii'uu kana , otoo arrabduu , dammi wani bayyeeni hafee itti fakkaata , arrabu itti fuftti , otoo hin yaadnee muxuuxi jedhee ba'aani arrabaamee dhumma.
    AMMA YOO BA'AA DAMMA AANGOONI WALI FAKKEESINEE. MELES ZENAWI BA'AA DAMMA (AANGOO) HIDOONI GAWWUU DADHABEE JECHANI NAMNI WAGGAA HAFUURI HOJAATA , INNI KUNOO WAGGAA 21 TA'EE HIDAA AANGOO( BA'AA DAMMA) QABAATEE HAA TA'UU MALEE UMMATA AANGOO DEEBISSU HIN BARBAADU.MAALI YOO JENEE ? WANI UMMANI HADARAA ITTI KENEE KANA BA'AA DAMMA WANI ARRABEE FIXE FI HIDOONI HIN GEENYEE JECHAA DHA .
    kanaafuu Meles Zenawi namaa ajjeessa , namaa hiidha , ba'aa damma wani daandii irratti fixee fuu , wani haleelee fidu hin qabu .
    Meles Zenawi hidaa ba'aa damma arrabee fixe bodee aangoo gubba turu dha guyyaa , guyyaa dhani soba kunoo waggaa 21 gayyee.
    Ba'aa damma kana maqaa geedaraa , dura president jedhee , sana bodee prime minster jedhee . oli gaddi garagaalchaa akka budeena heelee gubba yookani barcuumni yoo nama tti hoo'ee ka'i hin jedhuu . Meles barcuumni itti hoo'ee kanaafuu ka'uu dadhaabee .
    Fakkeenya fi wari yerroo tokko , yookani yerroo lamma hojaatani, ba'aa damma (aangoo) otoo hin arrabnee haleelani fidani bayyee galataa saba irraa argatu .
    BAALAGEENI (YAARTUUNI NAMAA) BA'AA DAMMA HALEELITEE HIN FIDU ARRABDEE FIXI .diini Oromo hiddi fardi irraa hijaatee haa ta'uu . hin moona .

    ReplyDelete
  4. Ciitaani tokko yoo mana keessa luuqiiftee , mani ciitaa tokko jedhee hin dhiimssuu. Yoo ciitaa tokko mana keessatti dhiiftee sii mani kana jedhee dhiimmuu hin dhiissu .
    Akaanumma OPdo nii Waayyaanee wajjiini rakko ummata Oromo yoo ciimssitee malee wanti ummata gargaarree hin jiru .
    "Woyane and Opdo they are like successor to ruin Oromo resources , In ruling Opdo is a political corpses . Presence or absence of Opdo nothing for Oromo people . Opdo is a stick with any body can beat you . Like woyane put on Opdo any time they can put off"
    Akka shilmii madaa keessa ummata Oromo nyaachuu yoo ta'ee malee gatti hin qabduu (REENFAA) Opdoni amma horii koolaassanitti hin dhalchaa wani eegani mitti . Opdoni salphiinaa Oromo tti , kunoo har'a lee ummata bukee dhabaachuu dhifteetti , diina ergama jirti .dhugaani keenya hin moona . diini yaa'ii bookee haa taatu

    ReplyDelete
  5. Waayyaaneeni ummata Oromo irratti warrana hin mul'aanee banee
    KANAAFUU

    maasaani gamma lafa hin baatu talbaa facaafaata taati
    tokko qotee , tokko hin nyaatuu walumm galafaata taati

    ReplyDelete
  6. HARKA NAMAATTNI IBIDDA QABA HIN SODAATANI
    warri bukee dhabaatani ilaallaani yerroo Oromoni bilisummaa biyyaa ofi tti diina kokkee qabee ajjeesse du'aa inna jiru, warri kani bukee dhabaatani dowwatu akka wani ijoolleeni Oromo hiriiyaani loolliituu . Oromoni kunoo waggaa 20 bilisummaa biyyaa ofiti diina amma fuunyaanitti hiidhaateeni loollaa yerroo jirani kana , ummani kani siirba siirbuu . kani tokko baddi , tokko badhadhaa . yerroo ijoolleeni keena diina ajjeeftee du'aa jirtuu isaani siirba bifa itti fufani . kunoo amma ammatti ta'aanitti Oromo eega jiru akka isani dhiigaa ofitni isani bilisaa bassu , kara bira yoo ilaallee akka ijoollee Oromo tokko hin tanee namni hojaachaa jiru isani . warri ijoollee Oromo hadaani bafneetti , harka ijoollee Oromottni bilisummaa arganaa jeetani warri yaadani bayyee dogoggoortuu . warri siirbani bilisumma eegdani sii hin dogoggoortuu . Ijoolleeni Oromo kani diina (Waayyaanee fi Opdo) wajjiini loollaa kufa ka'aa kani jirani fi manna ormaa hijaaruu otoo hin tanee ,tokkummaani manna ofi har'a ijaaruu fi malee ormaa fi mitti kani du'aa jirani .
    Yerrooni amma yerroo hoomachaa dafaaqaani siirba bifa , siirbani otoo hin tanee . YERROO AMMA COMBAT KEENYA DHIIRI HOOGDDI LOOLLATTI MAAQANI WALI WAMMA JIRU MALEE . BATAASIKAANA KEESSA DEEMANI SIIRBA WAGGAA 100 DARBEE HIN SIIRBANI . jarri durii suni achii ka'ani dhufani bilisaa isani hin bassani hekeera ciisuu maa dhowwuu .GARRANI GOWWANI HAWAALEE GALEETTI HIN GALA EEGAA ,YOO TA"EE MALEE .
    Jarri kuni kani barbaadani , akka ijoolleeni Oromo isani duutee isani akkanummatti bilisomani hawwu malee ofi du'uu hin barbaadani. namaa isani du'uu barbaadufi ijoollee keenya hadaani bassu. Akka HARKA NAMAATTNI IBIDDA QABA HIN SODAATANI .OROMONI TOKKO, DIINI YAAHII BOOKEE HAA TAATU

    ReplyDelete
  7. TIQUURI SEWU
    Warri sirba kana sirbani bayyee dogoggooraa jiru . maali fi yoo jeenee ? namni tokko kani ittni waamamuu bifa ofittni otoo hin taanee maqaa ofittni .namni tokko yerroo dhaalatuu
    1)maqaa
    2)lammi
    3)biyyaa qabaachuu tuu irraa jira.
    namaa wani saddaan kana otoo qabu bifaan waamuun seeraa mitti. maali fi yoo jeenee ?Namaa tokyo kani waammaan , yookaan maqaan yookan lammini yookaan biyyaan malee bifaan hin waamaan
    Oromoni horii ofi jaalala gudina bifani hin waamu maqaa bassa fi malee fakkeenya fi TOLLA WAAQI , AKKA WAAQI jedhee tti horii ofi waama .Jarrii isaani kuni TIQUURI SEWU kani walni jedhani , horii Oromo tti gaddi tti ofi lakaa'ani jechaadha . Biyyaa feete yoo deemte namaa tokko kani waamani YOOKANI MAQAANI , YOOKANI LAMMINI , YOOKANI BIYYANI malee namni horii mitti kani BIFAAN IDENTIFY godhaan.
    Jarri warri TIQUURI SEWU jedhani siirba , siirbani akka looni tti ofi ilaalluu jechaadha kanaafuu bifaan wali waammu .OOLAA GURRAATTI , OOLAA ADDII , SANGAA GURRAACHAA , SA'AA MAGAALA, HARREE DALAATII , FARDA BOORRA , RE'EE ADDII , RE'EE GURRAATTI , jedhani waamu wani maqaa hin qabnee fi .
    JARRII ISAANI HAR'A TIQUURI SEWU JEDHANI AKKA HORII WALI WAAMANI KUNI . ISAANI DHUGUUMA HORII DHA MAALI FI YOO JEENEE , JARRII KUNI KANI DUBARTI OROMO HARMA MURRAAN , OROMO BAYYEE KANI AJJEESANI , KANI KANA HOJAATUU YOO HORII TA'EE MALEE NAMNI SAMMU QABU AKKANA HIN GODHUU .
    hojaa hojaatani beeku akka horii bifani wali waamu .
    Warrii TIQUURI SEWU ofini jedhani kuni dhiigaa Oromo bayyee dhaanggaalaasani dubartii Oromo harma murraan , sana tuu har'a isani rateesse horni ofi qixeesani bifaan wali waamu .
    otoo maqaa qabanu , otoo lammi qabanu( dubbni eeshi gabaabba wani ta'ee fi abba himatee tti , akkaakayyuu irraa tti dogoggoortti) Biyyaa qabnu (biyyii lafa malee eessa dhufa lafti lafa Oromo tti , lafa Oromo hatee tti keenya jetti malee eessa fidaan )
    Warri TIQUURI Sewu jette siirbittu kuni sammu ni eeshi , dhuguuma akka horii tti yaadi kanaafuu bifani wali footi ,siirbuu otoo hin taanee gumma namaa ajjeesan bassu tuu irraa jira turee ,kanaafuu akka gumma wara ajjeessani hin baafnee fi horii tti ofi akeekani, horiini yoomu taanan GUMMA hin baassu.
    Geerarsaa
    Nooruu kaa nooruu nooruu
    yaa abbaa Jiifaari nooruu
    Nuguusaa Oromo nooruu
    Minilik fi anuu hin ooruu
    Nooruu kaa nooruu nooruu
    Yaa IYAASUU Koo nooruu
    Tafaari fi anuu hin ooruu
    Nooruu kaa nooruu nooruu
    Yaa Warqiituu koo nooruu
    Taayituu fi anuu hin ooruu
    Nooruu kaa nooruu nooruu
    Yaa Taadee Birru nooruu
    Goobanaa fi anuu hin ooruu
    Nooruu kaa nooruu nooruu
    yaa sabaa Oromo nooruu
    Waayyaanee fi anuu ooruu
    baalaagee fi anuu ooruu
    baalaageeni akka kooti
    maali uuddu eeshi naa gooti
    Bishaani Baaroo dindiilaa gaafa guutu hin beekani
    naafsini goota bliqa gaafa dutuu hin beekani
    irraa gaddee tokoosee jajaaba seene lataa
    Mirgaa malee fokooreeni tajaaba seene lataa
    eedaa dhalaadhee hin teenye
    lafa gara koo hin geenye
    jiduu kana qurquurra
    akka massi gurguurra
    otoo akka gara kooti
    Oromiyaani biyyaa kooti
    Magaali Finfinneeni kooti
    Sabni Oromo mooti
    Waayyaaneeni maali naa gooti
    Opdoni Maali naa gooti
    Baalaageeni akka kooti
    Oromon hin moo'a . diini yaa'ii bookee haa taatu

    ReplyDelete
  8. BILBIILLII HARREE IRRAA HIN BAREEDU
    ummani Oromo biyyaa adunyaa dura sirnaa dimokiirrassi hojaa irra holchee. ata'u malee, AKKA ilmi Abaayyi dheebu du'ee ta'ee. NIITTIINI KANI NAA DHUFU LAFOO HIN DHUFU jette ta'ee. Waayyaaneeni kunoo waggaa 22 dhiiga ummata Oromo dhangaalaassa jiru. Dimokiirrassini Oromo ibssaa bool'a keessa ta'ee .
    Kani namaa dinquu , idoo hundaa GOLDEN NATION qabatee ,Oromoni AKKA lammaffatti ilaallaamma . Golden nation , general,minster,diplomat,piolet,manager,etc. Amma yoomitti ummata lammata tahani jiratu biyya ofi keessa tti .Opdoni Waayyaaneeni sirriitti biyya buulchaa kani jettu ofi akka raatuu tti lakkooftti . kanaafuu wardiyyaa eegdii . gara bira namaa ofii kaawuu . Waayyaaneeni akka malee ofi jalaatti , kanaafuu nuu duwwa tuu beekaadha nuttu biyya buulchaa jetti. Ilmani Oromo bilbiilli HARREE irraa hin bareedu jeena .Oromoni hin bilisommaa . diini Oromo ya'ii bookee haa taatu

    ReplyDelete