Monday, July 9, 2012

7 comments:

  1. MAALIFFI RE'EE FI HUUMMOO BOFNII YOO IDDEE HIN AJJEESSU ?
    Re'ee fi huummooni qoorichaa adhaa beeku, yerroo bofni isaani iddee dafaanitti qoorichaa adhaa itti nyaatuu . kaanaafu , akka laayooti bofa ajjeessu hin soodataani .
    Bofni adhaa isaattini leenca , arba , naacha iddee ajjeessa .
    Kunoo waggaa 21 ta'ee .hidaa bofni mana keenya seene . Yoo bofni mana kee seene , mana keessa jirachuuni bayyee rakkoo tahaa. maaliffi yoo jenee bofni yerroo fe'ee iddee namaa ajjeessa . mana ofii keessa nagani jiraachuu rakkoo dha .
    Atahuu malee kunoo waggaa 21 ta'ee hidaa bofni mana keenya seena biyyaa nurraa fudhaatee . maali nutti doofaa dha ? maali akka ijoollee ibidaa bukee hin darbinee (mataa ofii hin banee) amma yoomitti Waayyaanee nuu gudiftti . bofa eenyuu akka tahee hin daagaanuu .
    Nagaa nuu dhoowwaani Oromo kani mataa qabu , yookani mana hiidhaa yookani hin ajjeessu , yookani biyyaa baassu .
    Kaanaafu , 1) bofa ajjeessu
    2) Qoorichaa adhaa , huummoo fi re'ee irraa baraachuu
    Bofa xinnaa dha jedhaani mataa irraa hin hjaataani . DHU GAA NI KEENYA NUTTI HIN MOONA . tummani keenya itti fufaa .

    ReplyDelete
  2. MAALIFFI RE'EE FI HUUMMOO BOFNII YOO IDDEE HIN AJJEESSU ?

  3. SAREENI ABBA LAATEE FI DUUTTII
    Maali fi warrani Meles Zenawi yerroo lamma kunoo Somalia tti deebi'ee ummata Somalia lafa irraa duguugaa ?
    qarshii bayyee warrii western kuni keenani fi , kanaafuu ummata Somalia fixaa jira (professional killer ) .
    Somalia keessa seene ummata fixuudha ijoollee Oromo warrana keessa jirani itti gargaaramme jira .
    Nutti Somalee wajjiini abba saddi , abba hafuur tti wali qaqaabna jechaani , harkatuu harka muraa jechaadha .
    OROMONI SOMALEE WAJJIINI DHIIGA ,OBBOLAADHA, FIRRA DHIYOODHA AFAAN KEENYA AFAAN SOMALIA WAJJIINI 30% KANI TA'UU WALTI DHUFA (TOKKO) . KANA MALEE NUTTI OBBOLAADHA, FIRRI FIRRA YOO AJJEESSU KUNI DABA , NAMITCHA TOKKO JEENEE YOO WALI FIXNEE .
    obboleessi yoo obboleessa ajjeessu kuni fafa , ijoolleeni funduuratti dhalatuu lee raatuu , haarramuu taati , harki harka muree jechaadha. rakkoo kana keessa namni bu'aa argatuu , Oromo yookani Somalee mitti , namitchaa tokko kani bu'aa argatuu . nutti namitcha boruu biyyaa dhisse baduu jeene har'a wali ajjeesuuni nurra hin jiru.
    OBBOLAANI LAMMANI (OROMO FI SOMALEENI) WAJJIINI OLLAA YOO JIRATANI , TAABAA GUBBA TA'ANI IJOOLLEE ISAANI KANI XABAATUU , JABILEE ISAANI KANI BUURRAQXUU DOOWWATANI GAMMADUU MALEE WALI LOOLLUU WALI AJJEESSUNI IRRAA HIN JIRU .
    Akka re'eeni kani abba tokko raafuni kani abba tokko kiss _ jeenani dutee , eenyuu tti haa gafaataamuu jedhee ?
    Nutti obbolaadha , kanaafuu gaafa galtee wali irratti du'uu malee , wali ajjeessu hin barbaachiisuu.
    MINDAANI WAAYYANEENI ILMA OROMO TTI KEENTUU , NAMAA DHISSI SAREEDHA HIN SOORU , kana jeenetti obboleessi obboleessa ajjeessa ? nutti obbolaani yoo banee wali barbaane, yoo dunee wali hawaalee kani wajjiini jiraanu malee namaa wali ajjeessu mitti. akka ormaatti garragaali haloofkaadhuu , firratti garragaali liqiimssi .
    ANA WARRUU YAA WAARROO , WAARROO GAAFA DILAALAA
    ANA NYAATUU YAA HAADHOO ,HAADHOO GAAFA DIINARAA
    ANA WARRUU YAA WAARROO,WAARROO GAAFA TABAAIRRAA
    ANA NYAATUU YAA HAADHOO HAADHOO GAAFA GANDAAIRRAA
    ANA WARRUU YAA WAARROO ,WAARROO GAAFA QOORAAIRRAA
    ANA NYAATUU YAA HAADHOO,HAADHOO GAAFA LOOLLA IRRAA
    Wajjiini diina ummata keenya gobuu nurra jira malee wali miidhuu hin barbaachiisuu .
    WAAYYANEE YOO TAATEE SAREENI ABBA LAATEE FI DUUTTI.
    DIINI OROMO HIIDDI FARD IRRAA HIJAATEE HAA TAATU , HIN MOONA .

    ReplyDelete
  4. SAREENI ABBA LAATEE FI DUUTTII

  5. Geerarsaa
    Baadani baadeessa hin qabnee goosuu dha malee maali
    Ilmi lammi hin gubaanee duutu dha malee maali
    ilmi lammi hin butamnee joortuu dha malee maali
    Irraa gaddee tokkoosee jajaaba seenee laata
    mirgaa malee fookoreeni tajaaba seenee laata
    lammataa qawwee hin bituu birr tokko taatulee
    lammu Opdo hin ammanuu firra kankoo taatulee
    Qeerroo ammantee hin dhabuu manjoo baqoo taatulee
    Baroodee babaaroodee leencii Oromo baroodee
    Abbani mirgaa baroodee gootni oromo baroodee
    Otoo mataa goota naannoo itti marraani
    Otoo mataa Sabona nannoo itti marraani
    otoo mataa Qeerroo naannoo itti marraani
    Otoo mataa lukknaa faandoo itti harraani
    Otoo mataa Opdo faandoo itti harraani
    Faandoo haagaasasi
    Baroodee kormilee
    Sii muruu ree yaa qooboo yaa qooboo afaan karaa
    Sii furuu ree yaa lammi yaa Oromo afaan damma
    Baleessa babaaleessa
    Gooljii nuugii baleessa
    jeechi Waayaanee quuftee biyyaa namaa baaleessa
    Jeechii Opdo quuftee biyyaa namaa baaleessa
    Tullu namaa qaarsisaa
    kuuyuu namaa dhansisaa
    uuduu namaa dhabsisaa

    ReplyDelete
  6. Geerarsaa

  7. waan gaarii hojjachaa jirta waan ta'eef jajjabaadhu

    ReplyDelete