Monday, July 9, 2012

Ifa Tola shared a link. 4 hours ago DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu . Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani . Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU . SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA . FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI . MAALI FI YOO JENEE ? AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE . MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU . FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE. MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA. Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani . Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU

22 comments:

  1. UBATANI INNA ILAALLANI SHUUNBUURRANI FUNYAANI QABDII
    Durii Waloo lafa Oromo turee. Har'a warada tokko tuu afee. Laftii Oromo akka soogida bulle xinataa. Lafa abba hin qabnee tahee . Warri Ollaa keenya lafa Oromo isaa gabaata kana gojjooma'aani , taka maqaa geedaruu , akka hatuuni itti tolu .
    Kani har'a warri Amaaraa , Oromo boo'ani, jalaala otoo hin tanee. Lafa eeshii harka Oromotti aftee , harka ofitti galfaachuu fi .
    Amma lafa MATAKALI idoo jedhaammu yoo fudhaanee , lafti lafa Oromotti, atahuu malee taka safaara jedhaani namaa itti gurrani . Amma MATAKALI kani eenyuu AKKA tahee hin beekamu. Oli deemani gaddI deemanI , ijoo baleessu . Harka muuraani fixuu.
    Lafa Oromo Waayaaneeni halkani , guyyaa soreessa halaati gatti bayyeetti gurguurrachaa jiru , maqaa investment kanan saamu . Nutti dhagaa Finfinne jiru otoo dhabanee ilaallu , boruu fi iftaan , tuujjarra Tokkotti gurguurrani deemu .
    Yoo dhu gaa dubachuu barbaachiise, wanti hundii sanii , kani ItooPhiyaa bo'aanifi tokko yoo jiratee LAFA OROMO ittni qabatani rakoo, itti oolufii malee
    tokkumma isaa Dhugaa dhabuu fi mitti .
    Yaa ijoollee keenya , namaa itti himuu malee itti hin hidhani . UBATANI INNA ILAALLANI SHUUNBUURRANI FUNYAANI QABDII. qabsoon Oromo itti fufaa, diini hin kufaa. miidhani keessa gayyoo, namaa keessa Opdo haa baaru akka badu.

    ReplyDelete
  2. UBATANI INNA ILAALLANI SHUUNBUURRANI FUNYAANI QABDII

  3. Geerarsaa
    Opdo fi Waayyaanee
    Yaa goommee
    goommaa bu'ii
    hin galnitti du'ii
    manni kee sii tti haa jiguu
    qaqa isaa sasaabaatee
    waaqi dhiibee sii tti haa fiduu
    garra isaa tti hasaabaatee
    Deegaa koo yaa faarisaa
    haafi ammani sii faanisaa
    muka baala hin qabneetoo
    muka harbaani daraareetoo
    ilma abbani abbareetoo
    dhiirssa nitti hin moneetoo
    wantni ani jibee hafee
    musuurroo gayyaa xuxuu
    Tigree lafa gurguurtuu
    Tigree Shaggarni galtuu
    gayyaa sagalee hin qabnee
    hassa dabaree hin qabnee
    aangoo dabaaree hin qabnee
    kanummani jibee hafee

    ReplyDelete
  4. Geerarsaa
    Opdo fi Waayyaanee
    Yaa goommee
    goommaa bu'ii
    hin galnitti du'ii
    manni kee sii tti haa jiguu
    qaqa isaa sasaabaatee
    waaqi dhiibee sii tti haa fiduu
    garra isaa tti hasaabaatee
    Deegaa koo yaa faarisaa
    haafi ammani sii faanisaa
    muka baala hin qabneetoo
    muka harbaani daraareetoo
    ilma abbani abbareetoo
    dhiirssa nitti hin moneetoo
    wantni ani jibee hafee
    musuurroo gayyaa xuxuu
    Tigree lafa gurguurtuu
    Tigree Shaggarni galtuu
    gayyaa sagalee hin qabnee
    hassa dabaree hin qabnee
    aangoo dabaaree hin qabnee
    kanummani jibee hafee

    ReplyDelete
  5. Geerarsaa
    Wantni Ani hawwee Hafee
    Hadhoo wali bira sadii
    Hanoolee Kuudha sadii
    Caffee eeshii mana gadii
    Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
    Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
    Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
    Otoo akka garra kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Qeerrooni hiriyyaa kooti
    Zawuugaani(Boojia) abba kooti
    Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
    Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
    Gootni Oromo fira kooti
    Opdoni diina Kooti
    Waayyaaneeni maali nagooti
    Magaal Finfinnee kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Baalageeni maali nagooti
    Siirba
    Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
    Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
    Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
    Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
    Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
    Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu

    ReplyDelete
  6. Geerarsaa

  7. MAALIFFI RE'EE FI HUUMMOO BOFNII YOO IDDEE HIN AJJEESSU ?
    Re'ee fi huummooni qoorichaa adhaa beeku, yerroo bofni isaani iddee dafaanitti qoorichaa adhaa itti nyaatuu . kaanaafu , akka laayooti bofa ajjeessu hin soodataani .
    Bofni adhaa isaattini leenca , arba , naacha iddee ajjeessa .
    Kunoo waggaa 21 ta'ee .hidaa bofni mana keenya seene . Yoo bofni mana kee seene , mana keessa jirachuuni bayyee rakkoo tahaa. maaliffi yoo jenee bofni yerroo fe'ee iddee namaa ajjeessa . mana ofii keessa nagani jiraachuu rakkoo dha .
    Atahuu malee kunoo waggaa 21 ta'ee hidaa bofni mana keenya seena biyyaa nurraa fudhaatee . maali nutti doofaa dha ? maali akka ijoollee ibidaa bukee hin darbinee (mataa ofii hin banee) amma yoomitti Waayyaanee nuu gudiftti . bofa eenyuu akka tahee hin daagaanuu .
    Nagaa nuu dhoowwaani Oromo kani mataa qabu , yookani mana hiidhaa yookani hin ajjeessu , yookani biyyaa baassu .
    Kaanaafu , 1) bofa ajjeessu
    2) Qoorichaa adhaa , huummoo fi re'ee irraa baraachuu
    Bofa xinnaa dha jedhaani mataa irraa hin hjaataani . DHU GAA NI KEENYA NUTTI HIN MOONA . tummani keenya itti fufaa .

    ReplyDelete
  8. https://plus.google.com/u/0/s/oromo%20people%20of%20ethiopia

    ReplyDelete
  9. SIIRBA JALALAA
    Yaa arfaasaa yaa birraa
    sanii warree gataatee
    maali abba isaa nani hiyyaa
    maali tuu wayee naa gatee
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    holiqaa gamma yaa kaaloo
    holi naa gamma yaa hintaloo
    kaleesaa heleeni cabee heeda hagaabuu kooni bulle
    dhiirsaa kee sii nyaarree moo summa naa ganuu muree
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    abbani Amaantee garba ,Amaantee ni garba mitti
    wanummaa naa gantee fi qabdaa naa gantee tti aftaa mitti
    otummani qotee qotee qamadii , malee hin qotuu
    otummani obsee obsee baalaali ija kee hin obsuu
    baalaali ija kuulaani morma eeshii maali cuuphani
    abchuu lagaa lagaa yaa sinaaraa goodarree
    lachituu nagaa nagaa maa shilaa naa gootarree
    Biyyaa Saarroo naadheeni tuu tokoossa kushee gangaalaatee
    Saarrooni sii lafummaa naadheeni sii namummaa jedhee badhaatti Jamaamaa
    Badhaadhaa Jamaamaa yaa ilma namaa

    ReplyDelete
  10. SIIRBA JALALAA

  11. Geerarsaa
    Wantni Ani hawwee Hafee
    Hadhoo wali bira sadii
    Hanoolee Kuudha sadii
    Caffee eeshii mana gadii
    Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
    Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
    Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
    Otoo akka garra kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Qeerrooni hiriyyaa kooti
    Zawuugaani(Boojia) abba kooti
    Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
    Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
    Gootni Oromo fira kooti
    Opdoni diina Kooti
    Waayyaaneeni maali nagooti
    Magaal Finfinnee kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Baalageeni maali nagooti
    Siirba
    Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
    Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
    Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
    Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
    Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
    Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu

    ReplyDelete
  12. Dinichii harkani dhaabaniti hoordaa cabsaa
    Ummani Oromo kani AFaani Oromo dubaatani millyooni 30 olii tahu. Waayyaanee ni kani waggaa 21 olii . aangoo gubaa jirrani ummani issani millyooni 5 gadii . meerre dimookrraasini issani hodeessani ?
    Opdoni kani achii teessu barroomssa (8 fi 9 class) fixee kanani wani tokko hojaachuu hin dandeessu .
    Opdoni , doofaa Oromo keessati dhaalatee . KANI WANI GARRA OFI MALEE GURRA OFI HIN YAADU .
    Meeree dhugaani ? ummani 6% (Tigree) Ummata 40%(Oromo) bulchaa.Jirru ummata Oromo saama issa ajjeessa bulchuu .Ijoollee keenya kani hirriyaa hin qabnee nu jalaa ajjeessani . Itti fufaani ,amma lafa Oromo soreessa bari gammatti gurguurra jiru .
    Ijoollee keenya gimbii tti akka itti Opdoni reebduu hin arginee ? Maa calii jeena ? GARBITTI YOO DAAKU SII GARGAARRA JEDHANINI ,MAAJJII DHOOKSITTI . Opdoni yerroo amma kana hojaa gudda hojaate kani Oromo ofi boonsituu . YAA OPDO FIRRI HIN DHAALATA MALEE HIN BITAANI . Ilmi lafee hin bafnee ilmaa mitti , bayyee Waayyaaneeni isnitti rorftee Amma Yerrooni qoriichaa kani qotanifi lammi ofi mataa oli kassani

    ReplyDelete
  13. GARRA GOOWWANI HAWAALEE GALEE TTI HIN GALA EEGA
    Amma yerroo kana OPDO maali eegdi , Oromiyaa keessa saboni Oromo biyyaa ofi bilisaa bassa jiru , Yerroo kana Opdoni Oromo mitti maali fi itti hin makaamnee ? GOOTA MOO LUKKNA EEGDI ?
    TIGREENI YOO OROMO AJJEESSE , BIYYAA OFI ( TIGRAY) TTI GALA. YOO OROMONI TIGREE TOKKO AJJEESSE BIYYAA ABBAA ISAA( OROMIYAA) DHABA JECHANI BIYYAA ABBAA OFI TTI BAYYEE TTI DEEMA .

    ReplyDelete
  14. ITTI HIRKISSAANI KABA HIN TA'UU
    Yerroo Minliki ka'e amma har'a tti , gaaf tokko yoo ta'ee sirnaa Itoophiyaa keessatti dhabaatee kana irraatti ummani Oromo gaaf tokko irraa tti hirmaana godhee hin beeku .
    Hundaa caalaa Afaan ofittini dubi dhowaani , rakkoo bayyee irraatti kufee kani jiratee wani yaadanuu .
    Sirnaa dhabaatuu Oromoni UTUBAA Ta'uu kani irraa jiru , Waayyaaneeni aangoo yerroo dhabdee , Oromo UTUBAA otoo hin tanee ILMAANI WAAGGI ta'ee . yoo Oromoni utubaa ta'ee aangoo dhaabe warra kani wajjiini , bodee akkumaa barani yoo Oromo xuqaani ( utubaa) manna jigaa malee , kani isaani aangoo irraa ba'ani , kani irraa tti hin afani( akka bara 1992) kani darbee hin darbaatani , funduuraatti yoo warra kani wajjiini aangoo dhaabe akka utubaa tti walitti qabu tuu irraa jira malee. akka bara 1991 Waayyaaneeni utubaa taate tti kunoo amma har'a tti namaa rakkisaa jirti . Yoo ILMAANI WAAGGI , AKKA BARA 1991 TANEE AANGOO DHABNEE LAYOOTI KEESSA NUU BASSU DANDAA'UU . YOO UTUBAA TANEE , YERROO UTUBAA BUQISSANI , MANNI (AANGOO) WAJJIINI WALI FUDHAATETTI JIGAA MALEE TOKKO AANGOO IRRAA DEEME , TOKKO IRRAA TTI HIN AFUU (1992 akka WAAYYAANEENI HOJAATEE)
    Kunoo WAAYYAANEENI EESHNI SOBDUNI DAANDII WAGGAA 20 NUTTI DABAALTEE .
    GAFA WAAYYAANEENI KUFTEE MAALI TAHUU TTU IRRAA JIRA ?
    fakkeenyaa fi warra HABASHAA yoo hordoofnee
    1) OROMIA keenyaani NAGAATTI jechuu dha , warri HABASHAA OROMIA jibuu gudina , gurrani dhagaawwuu hin barbaadani .
    2) Ijoollee Oromo wari barcuummaa bareeda irraa taahuu arfaataani rakoo isaani fi ummata OROMO eeguu akka hin dagaanee . Isaani Waayaanee wajjiini faarrankaa fuulla lamma , haddaan hin ba'aani , isaani tokko fuulla isaani lamma malee.
    Waayyaaneeni yerroo angoo dhaabiduu fira Oromo fakkaatee bodee maali akka ta'ee wani yaadanuu , kana maalittu sii gubee jeenani , IBIDDA jedhee , kana hoo jeenani IBIDDA jedhee . KANA ARGITEE , KANA MAA ITTI DEEBITEE .
    UMMANI OROMO MATAA OFTTINI ANGOO DHABUU DHA UTUBAA TAHUU IRRAA JIRA . YOO KANA TAHUU BATEE ITTI HIRKISSAANI KABA HIN TA'UU JEENAA ( YOU PUT BESIDE , NOT COVER)

    ReplyDelete
  15. MAALIFFI RE'EE FI HUUMMOO BOFNII YOO IDDEE HIN AJJEESSU ?
    Re'ee fi huummooni qoorichaa adhaa beeku, yerroo bofni isaani iddee dafaanitti qoorichaa adhaa itti nyaatuu . kaanaafu , akka laayooti bofa ajjeessu hin soodataani .
    Bofni adhaa isaattini leenca , arba , naacha iddee ajjeessa .
    Kunoo waggaa 21 ta'ee .hidaa bofni mana keenya seene . Yoo bofni mana kee seene , mana keessa jirachuuni bayyee rakkoo tahaa. maaliffi yoo jenee bofni yerroo fe'ee iddee namaa ajjeessa . mana ofii keessa nagani jiraachuu rakkoo dha .
    Atahuu malee kunoo waggaa 21 ta'ee hidaa bofni mana keenya seena biyyaa nurraa fudhaatee . maali nutti doofaa dha ? maali akka ijoollee ibidaa bukee hin darbinee (mataa ofii hin banee) amma yoomitti Waayyaanee nuu gudiftti . bofa eenyuu akka tahee hin daagaanuu .
    Nagaa nuu dhoowwaani Oromo kani mataa qabu , yookani mana hiidhaa yookani hin ajjeessu , yookani biyyaa baassu .
    Kaanaafu , 1) bofa ajjeessu
    2) Qoorichaa adhaa , huummoo fi re'ee irraa baraachuu
    Bofa xinnaa dha jedhaani mataa irraa hin hjaataani . DHU GAA NI KEENYA NUTTI HIN MOONA . tummani keenya itti fufaa .

    ReplyDelete
  16. MAALIFFI RE'EE FI HUUMMOO BOFNII YOO IDDEE HIN AJJEESSU ?

  17. GARRA GOOWWANI HAWAALEE GALEE TTI HIN GALA EEGA
    Amma yerroo kana OPDO maali eegdi , Oromiyaa keessa saboni Oromo biyyaa ofi bilisaa bassa jiru , Yerroo kana Opdoni Oromo mitti maali fi itti hin makaamnee ? GOOTA MOO LUKKNA EEGDI ?
    TIGREENI YOO OROMO AJJEESSE , BIYYAA OFI ( TIGRAY) TTI GALA. YOO OROMONI TIGREE TOKKO AJJEESSE BIYYAA ABBAA ISAA( OROMIYAA) DHABA JECHANI BIYYAA ABBAA OFI TTI BAYYEE TTI DEEMA .

    ReplyDelete
  18. TIQUURI SEWU
    Warri sirba kana sirbani bayyee dogoggooraa jiru . maali fi yoo jenee ? namni tokko kani ittni waamamuu bifa ofittni otoo hin tanee maqaa ofittni .namni tokko yerroo dhalatuu
    1)maqaa
    2)lammi
    3)biyyaa qabaachuu tuu irraa jira.
    namaa wani saddani kana otoo qabu bifani waamuuni seera mitti. maali fi yoo jenee ?Namaa tokko kani waamani , yookani maqaani, yookani lammni , yookani biyyaani malee bifani hin waamani.
    Oromoni horii ofi jaalala gudina bifani hin waamu maqaa bassa fi malee fakkeenya fi TOLLA WAAQI , AKKA WAAQI jedhee tti horii ofi waama .Jarrii isaani kuni TIQUURI SEWU kani walni jedhani , horii Oromo tti gaddi tti ofi lakaa'ani jechaadha . Biyyaa feete yoo deemte namaa tokko kani waamani YOOKANI MAQAANI , YOOKANI LAMMINI , YOOKANI BIYYANI malee namni horii mitti kani BIFANI IDENTIFY godhani .
    Jarri warri TIQUURI SEWU jedhani siirba , siirbani akka looni tti ofi ilaallu jechaadha kanaafuu bifani wali waamu .OOLAA GURRAATTI , OOLAA ADDII , SANGAA GURRAACHAA , SA'AA MAGAALA, HARREE DALAATII , FARDA BOORRA , RE'EE ADDII , RE'EE GURRAATTI , jedhani waamu wani maqaa hin qabnee fi .
    JARRII ISAANI HAR'A TIQUURI SEWU JEDHANI AKKA HORII WALI WAAMANI KUNI . ISAANI DHUGUUMA HORII DHA MAALI FI YOO JENEE , JARRII KUNI KANI DUBARTI OROMO HARMA MuURANI , OROMO BAYYEE KANI AJJEESANI , KANI KANA HOJAATUU YOO HORII TA'EE MALEE NAMNI SAMMU QABU AKKANA HIN GODHUU .
    hojaa hojaatani beeku akka horii bifani wali waamu .
    Warrii TIQUURI SEWU ofini jedhani kuni dhiiga Oromo bayyee dhaanggaalaasani dubartii Oromo harma murani , sana tuu har'a isani rateesse horni ofi qixeesani bifani wali waamu .
    otoo maqaa qabanu , otoo lammi qabanu( dubbni eeshi gabaabba wani ta'ee fi abba himatee tti , akkaakayyuu irraa tti dogoggoortti) Biyyaa qabnu (biyyii lafa malee eessa dhufa lafti lafa Oromo tti , lafa Oromo hatee tti keenya jetti malee eessa fidani )
    Warri TIQUURI SeWU jette siirbittu kuni sammu ni eeshi , dhuguuma akka horii tti yaadi kanaafuu bifani wali footi ,siirbuu otoo hin tanee gumma namaa ajjeesani bassu tuu irraa jira turee ,kanaafuu akka gumma wara ajjeessani hin bafnee fi horii tti ofi akeekani, horiini yoomu tanani GUMMA hin bassu .
    Oromoni hin moo'a ,diina Oromo hiidi fardi irraa hijaatee ta'aa

    ReplyDelete
  19. Boorraati bofa namni beeku jira ? Warri lakofsaa kuudha tokko yoo bofa ta'aan . boorraatin bofa eenyuu ?

    ReplyDelete
  20. Qoreen qoree baassu (Opdon Waayyaanee kufisuu )
    Wanti akka warrabeessa sodaatu hin jiru , huumna qaba , onnee hin qabuu .haa ta'uu malee yoo idoo warrabeessi jiraatu yoo leenci dhufee irraa fudhaachuu yaadee , warrabeessi leenca hin sodaatuu lafa ofi irraa tti lolee du' aa malee . Nuti maali taanee maa lafa keenya OROMIYAA irraatti hin lolee ? onnee keenya ,onnee warrabeessa tti gaddi moo ? maali taanee? warrabeessi sodaatuunllee, kani hundaa caalaa goota ta'ee leencan lolaa . Yookani Oromo Diina hinjjiifaatee ofii nageenyaan bullchiitti. yookani diina , akka garbaa itti bullchaa Oromo . kani caaluu filaanaa dha. nutti ofi bullchuu hin dandeenyuu maa ormaa jalaa jiraana , yoomi ofi beekna ? otoo beeka meeqaa qabnuu , walaallan ormaa nuu bullchaa ?Yerroo amma Waayyaaneen akka warrabeessa hadaamoo irraatti maadayee wani ta'ee fi ofi eguu nuraa jira . warrabeessi hadaamoo irraatti maadayee akka du'uu wani beekuu fi amma ajjeessan tti namaa nyaataa . yerroo amma Waayyaanee akka warrabeessa hadaamoo irraatti maadayee tti amma du'uu tti namaa nyaataa kanaafuu ofi eeguudha .
    OTOO TOLE AKKA ABBA KOOTI NAA KUKUUTAA JETTE NAADAAYYNI(QOOMAAXAA) . OTOO TOLE IJOOLLEE OROMO TOKKO TA'AA .
    ARBA BARRA CAWEE (seasonal diseases of elephant) FUDHEE HADAAMSSU . ARBI DHIBEE CAWWEE JEDHAAN QABA , INNA ARBI DHIBEE KANAN LAAFEE HADAAMSSU ,AKKA LAYOOTI ARBA AJJEESSU DHA .maali fi yoo jeenee yerrooni Waayyaanee rukkuutaan amma . ummani hundii wani Waayyaanee baleessu ka'e fuu . WAAYYAANEENI AMMA ,AKKA ARBA CAWWEE FUDHEETTI . AKKA QOREENI QOREE BAASUU JEDHAAN ,YOO OPDONI UMMATA OROMO BUKEE DHABAATEE AKKA LAYOOTI WAAYYAANEE KUFSUUN HIN dandeenyaa. gara ofi moo firra caalaa ? kani caaluu fi Opdon haa fillaatuu.
    ORMAATI GARRAGAALI HALOOFKAADHU FIRRATTI GARAAGGAAL LIQIMSSI.
    Diini Oromo hoofaa dhagaatti bu'ee haa taatu. Oromon haa bilisommuu

    ReplyDelete
  21. SAREEN LEENCA GUDDISAAN HAADURREE SODAATE.
    Bara 1991 yerroo Waayyaaneen aangoo qabaatee Ijoolleen Oromo wajjiin aangoo dhaban waggaa tokko kani hojaatan waan yaadanuu. sana boodee Waayyaaneen edaa jabaatee boodee ABO bara 1992 angoo iraa harritee ofi dhuunfaatee . edaa ABO aangoo iraa deemee boodee , namaa keenya hadaamissu caliqaaban, kunoo amma har'atti hadaamisuu .Namni keenya kani biyya baay'ee , kani mana hiidha , kani ajjeessan . kani namaa dinquu amma ammatti lafa hidoo tokko qabaachuuni hin dandeenyee . diina injifaachuu kani dandeenyuu yoo OROMONI TOKKO TA'EE DUWWAA DHA ,MALEE QOBA OFI YOO DIINA MIRGA OFITI DIBAACHIISSU TA'EE MALEE WANI TOKKO GOCHUU HIN DANDEESSU. kanaafuu YOO WALI GALAAN ,HALAA GALU JEDHAN . TOKKUMMAANI HUUMNAA.
    Otoo kana keessa jiru , amma lammafaa warra bira wajjiini aangoo dhabuu fi yoo jeenee , akka maalituu kana sii gubee jeenan hibidda jedhee, kunoo jeenan hibidda .kana argitee lammafaa maa itti deebtee akka hin taanee .
    Akka kanani dura Waayyaanee bu'aa bufnee ofii waan tokko malee hafnee , hin taanee .Gootin Oromo yerroo amma diina keenya kokkee qabaan bilisummaadha diina ajjeessan du'aa yerroo jiran kana nutti gargaarsaa nura barbaachiisuu hundaa gojuu nura jira . Akka biyoon lafa Oromo miillaa diina fi ergamitu gubuu gochuudha. Seera soba yoo ta'ee malee seeri ittn lafa keenya Oromiyaa qabaatee jiratu hin jiru . Tokko taanee wali gale diina FINQILAACHOO( kufa duddaan kufaankani ka'uun nama tti ulfaatu ) kuftee akka lammafaa hin kaanee gochuudha . Lafa keenya bilissa baafnee biyyaa keenya guddisuu . Amma yoomitti margaa dhoqqee bukee taanee jiraana kani abban argee miillaa ofi itti xaragaatuu .Amma kunoo Sabona Oromo FDG jechun bilisummaa diinan (Waayyaanee fi Opdo) lolaa jiru, haa ta'uu malee umman keenya akka waan qeerroon hirriyaan lolaan dhabaatan ilaallu dhiisan bilisummaa dha harka wali qabatani jabaatan loluu .
    Akka Oromoni jedhu dhiira jiru dhiirummaa hin dhuunfaatan mali taanee ? nutti wali duwwaa malee diina injifaachuu hin dandeenyuu ? yoo llee huumnaa dhabinee akka Waayyaanee hin ergamnee .Oromon haa bilisommu Qabsoon itti fufa Waayyaaneeni hin kufa

    ReplyDelete
  22. Geerarsaa
    Geerarii geerarii jedhu
    Geerarii maali na goorsuu
    Dhiira garaan nu hin obsuu
    Hedda dhaaladhee hin teenye
    Lafa garaa koo geenye
    Jiduu kanani qurquurra
    Akka massii gurguurra
    Bona hin dheeda yaa re'ee
    Gana hin dheeda yaa re'ee
    Ammallee dheeda hin barree
    Oli asaabda yaa qalbbii gaddi deebifta yaa garaa ammallee seeraa hin barree
    Sabona bulloo shurshurraa
    kachaalee buttee naa duraa
    kachaaleeni wali kuudhaan
    seera malee sila du'aan
    Sabona koo yaa ilma turraa
    Alem baqaa buttee naa dura
    harka doofaa tti kuftee naa dura
    harka diina tti kuftee naa dura
    Sabona akkaakayyuu Nigirtii
    sanyiini wani facaassan biqiltii
    Oli ilaallaan fagaatee
    gadi ilaallaani jabaatee
    qeeransa koo yaa ilma Turree Galatee
    buqqeen bara argatee
    dhagaayyuu hin agaatee
    Bara mitti bari eesh bara hantuuta nyaataan
    Bara abjuun marrataan
    Hantuuta nyaachuu maana
    Abjuun marraachuu waaya
    Fardoo garbu kabaalee
    Baroo hin darbu kakaatee
    Fardoo garbu luccisee
    Baroo hin darbu rakkisee
    Farda tuu garbu lixee
    Bara tuu darbu didee

    ReplyDelete